Qabsoo Bilisummaa

Qabsoo Bilisummaa Injifannoon Kan Abbaa dhugaati

30/04/2023

ta'eef fedha Oromoo guutuu.
hin taane imalli akka itti fufetti jira.
Jaallan! ❤️💚❤️

29/04/2023

Send a message to learn more

Uummata Oromoo qaaliwwan koo.Yaada keessaniin maal jettu isin WBOn yoo mootummaa Ethiopia waliin araarame, hikkatee gala...
29/04/2023

Uummata Oromoo qaaliwwan koo.
Yaada keessaniin maal jettu isin WBOn yoo mootummaa Ethiopia waliin araarame, hikkatee gala moo akkam jettu isin?
oromoo hunda akka dhaqqabuuf hiriyoota keef qoodi ergaa kana

30/11/2020

#⃣ Ijoolleen Oromoo jirtuu!
Ilmaan Abbaa gadaa!
Barri Bara Bilisummaati
Dhagaadha warri jettan like tuqaa!

20/11/2020

Oromoof Oromiyaan hiree ishee murteeffachuuf ykn Bilisummaa dhugaa gonfachuuf maal gochuu qabdi? Yaada keessan kaawwadhaa.

Send a message to learn more

Address

Finfinne
Addis Ababa
2560

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qabsoo Bilisummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share