Dhaamsa hayyootaa irraa gurraan isin gahuuf

Dhaamsa hayyootaa irraa gurraan isin gahuuf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaamsa hayyootaa irraa gurraan isin gahuuf, Library, Finfinnee, Adama.

14/02/2023

20/04/2020

Hangafa Gorsa Ol'aanaa Dhaloota Haarawaaf
Yeroo amaan tanaa, adunyaa teenna irratti, amantooleen hedduu jiraachuun, yeroo adda addaa, amantooleen haarawaa uumamuun, ilmi namaa Rabbii isa uumee ajajam,l,1\1 /tole jechuu/ sababoota dhoorgan keessa, tokko ta'uu ni danda'a. Gara birootiin, namni uumamaan dagataa waan ta'eef, jiruu ofi fuul-duraa dagatuudhaan, fedhii. adunyaa tanaa qofa guutachuu qofa irratti kaayoo hundaaye qahateee kan deemu arguun, nama amantaa qabuuf baayyee suukaneessaadha. Boru waan uumamu hin beekamu waan ta'eef, hardha nyaadhee du'a worroonni jedhani, Rabbiin haalli isa nama dinqisiisaa ta'een, yoo tasa du'aan qixaaxe, ganda lameeniiyyuu osoo hin fayyadamini hafa. Qabeenna walilli 4abate ll)aaL~~. dhugee, uffateetiif fedhii adduniyaayyu osoo hin guuttatin, kalattii hin beenneen, balaan du'aa mataa isaa irra maraa, jiruÙn isaa tan hafte, tira siree ta'uun eega dabarsee booda, duuti isaan hafne isa fudhati. "Orma kuffaaratti, addunyaai1 bareechifamteefii jirti, ormikuffaaraa sun, orma Rabbitti amanee aakiraa jaalatu ni tuffatu, itti boonu, waan ufii addunyaa argatanii isaan dhabaniif jecha. Ammoo warri Rabbittj amanee, aakiraa filatee, Rabbi sodaate kan ormi kuffaaraa hara'a ufii gaditti isaan laalu. Guyyaa qiyaama'aa sadarkaan isaanii onna kuffaaratii oli. Rabbiin nama fedheef lakkooysan maleetti kennaa isaa ni hira, addunyaa fi aakiratillee." 2:211 Eega sanii hoo, eega sanii boodammaa. gandn bood~.:n1i qo~da wayiituu hin barbaadu morteejedhu ufi irratti kan dabarseef Rabbii isaa osoo tole hin jenne, lubbuun isaa waan darbiteef, adabbiin

guddaan akka isa eeggatu, kitaabota amantii keessatti waan murtaa'e waan ta'eef, ibiddajahannam keessa ni seena. "Nuti haqaan kijiba darbanna, duuba mataa keessa dhayeeti ajjeesee deemsise. Duuba akkasitti kijibni deemee dhabama. Isin warri Rabbin ilma qabajettan azaaba /qixaaxa/ jabaatu isiniifi jira." 21:17 Adabbii akkanaa irraa nagaha bayuuf tokkummaa Rabbii raga bahuu fi karaa isaa irratti qajeeluun barbaachisa. Dursee, jiraachuu otmee guutuun amananii fudhachuu waan nurraa eeggamu yoo ta'u, kunis uumamni hedduu kan amanuudha. Haata'u malee, booda sanii amantaa warra 'Ayihuudii kan duriif kan ammaa birattisi ni beekkama. Rabbiin Rabbii isaa tole jechuuf karaan kam gaafii jedhu deebisuudhaaf beekkumsa hundee amantaa hundaa irraa fudhachuu isa barbaachisa. Fedhii gartummaatiin guutamanii "Keennatu Caala" Jechuun, daangaa beekkumsaa keenna dhiphisuun, ufi irratti haguuguu waan ta'eef qaamonni amantaa biro hundinuu, seera bulmaataa amantaalee qajeellotti . beekumsaa banuun ni danda' ama. qorachuudhaan, balbala "Garuu waan hundumaa qoraadhaa isa gaarii jabeessaatii qaba dhaa." 1. Gara Warra Tasaloniiqee 5:21 Kanaafuu, tokkoochummaa Rabbii fi MuhaammaJ (S.A. W) Nabiyyii ta'uu isaatti warroonni hin amanne, dubbii lslaamumrnWl oso hin tuffatan amantaa Kriistaanaatiini wal-bira qabanii hubatuudhaan beekkumsa gayaa argatanii, gara amantaa isa sirrii ta'etti akka deebi'ani, Rabbiin samuu isaanii akka beekumsaaf itti

fayyadaman isaanii haabanu jcdhaa, kitaaba kana .. Gorsa Olïaanaa dhaloota haarawaaf'" mata durec jedhuun qopheessinee .. Carraa amantaa sirrii ta'e beekuudhaaf qabdu wallaalummaadhaaf ittiin hin fayyadamini!" mata dure jedhu jalatti dhiheessinee jirra. "Rabbiin a7.aaba jabaa ummata biyyoota saniitif qopheesse. Yaa warra aqlii /sammuu woyiin yaaddan/ guutuu qal,u Rabbi sodaadhaa. Isin yaa warra Rabbitti amane. Rabbiin dhugumaan qur'aana isinii buusee jira. Ergamaa isa Muhammad isini ergee jira." 69:9 Y eroo ammaan tanaa, ilaalchii fi walitti dhufeenyi sirrii hin taane gidduulslaamaatii fi kristaanaatitti ture, haqamuu qaba. Waan kana ta'eef, walitti dhihaatuun, waliiyaaduu, wali-irraa baratuu, yaada wal-jijjiiruu fi mari'achuun baayyee barbaachisaadha. Barumsa amàntaa kan dure keessattis ta'e barumsa hammayyan keessatti, tokkummaan waasadiinii tiifi yookaanii ammo edaasaan waasadiinii tokko ta'uun, gonkumaa hin beekkamu. /icciitii silaase/ wanti jedhamu nabiyyoota Y esuus dura turan birattis hin beekamu ture. Bara Yuuusii fi Yuuus boodu hanga waggaa dhibba sadiin duna amantaa warra Ayihuudii kan durii kan ammaa birattis hin beeklmuu ture. Haala seenaa dhufeenya isaa kitaaba · kana keessatti kan xiyyeefannoo baldhaa itti kcminu waan ta\:cf. ~u·uum~,.iul'pruu Jecha Macaafa qulqulluu tokko fudhachuuclhaan, /icciitii lldHnH/ t.uumsi jedhu kan Macaafa qulqulluun hin mirkanootbe ta'uu ni bubanna. YIIUus ammo, "Eepa isin bin sodaatinaal Wanti hquupmes blqliruu. wanti dhoksaa kan dboftimes binjiruu." Jedbe.

We•ada MglCP91.tQ;26 Amantaan Kristaanaa, barsiisonni tokkummaa waaqaa kan ibsaniin, dhoksaadhaan yoo ta'u, dhoksaa /icciitii/ sadiinii namni kamuu akka ibsuu hin dandeennetti akeekachiifama. Ohimma kana ilaàlchisee, qorattoonni hedduu, hubatuuf hubachiisuu hin dandeenne. Hin danda' amus sababnis Rabbi tokkicha waan ta• eef. Namni tolchuu hin danda'u. 'Tee'ooloji' ilaalchisee hayyuun tokko akkanajedhe. "Tee'oolojiin baruumsa ufiifuu hin hubatin nama biro hubachiisuuf yaalii godhamuu Kaayoon isaallee, dhugaa dubachuuf osoo hin taane, nama gaafate gamachiisuudhaaf' jedhe Albert Hubardi Heeraaldii ltiyoophiyaa i"aa Jimaata /June} 6/2000 i"qa lranfudhatame "Diinan, yookaa amantiin haqaa Rabbi biratti, diinaa Islaamaa fi, wani kitaabni kennameef yahuudaa Nasaaran beekaatii kara diinaa islaamarraa maqaan malee, wallaalanii miti, eeguma Rabbiin kitaaba anbiyaa isaanirratti buuse keessatti karaa diinaa haqaa isnan barsiisaniiyi waldhabanii irraa maqan. Wanni Wtd-dhabaniif wal wunyuudhaaf jecha, yoo diinaa islaamaa qabanne mootummaa dhabnaa -.aaf, jedhuuf namni aayata Rabbii moromu, kan itti kafaru adabamuuf jiraata." 3: 19

kutaa 2ffaan itti fufa.......

04/02/2020
04/02/2020

Jibriil Toofiq Tallii
ﺑﺴــــــــــــــﻢ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﻟﺮﺣﻤﻦ ﺍﻟﺮﺣﻴﻢ
ﺍﻟﺤﻤﺪ ﻟﻠﻪ ﺭﺏ ﺍﻟﻌﺎﻟﻤﻴﻦ ﻭﺍﻟﺼﻼﺓ ﻭﺍﻟﺴﻼﻡ
ﻋﻠﻰ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪﷺ ‏( ﺍﻣﺎﺑﻌﺪ ‏)
ﺍﻟﺴــــــــــــــﻼﻡ ﻋﻠﻴــــــــــﻜﻢ ﻭﺭﺣﻤﺔ ﺍﻟﻠﻪ ﻭﺑــﺮﻛﺎﺗــــــــــــﻪ
___________________________
Guyyaan Zuulqayidaa/11/1439
__________________
Biyya keenya
akumaa yadatamu as duraa senaa karaa amantiin
islaamaa biyyaa tenna kessaa ittin babalatee wantotaa
amantiin islaamaa babalatuuf sababaa tayaan dubbanne
jirraa
_ gayee uloma'onni kenna amantii islaamaa
babalisuu kessaatti gahee isaan qabaan shoraa isaan
bahaan irraa dubbanne turree akamiti akka barataan rakkoo
meqaa akka isaan irraati sabataan halaa kamiin amantii
islaamaa babalissuu akka walansoo qabsoo godha turaan
dubanee turree jechuudha_
isumaa kana itti fufuudhaan uloma'onni biyyaa kenna
karaa hudeen amantii islamaa babalissuu turaani karaa
isaan amantii islamaa ittiin babalissaan kessaa tokko karaa
dawwa gorsaa kuxbaa ummataa walitti qabudhan masgidaa
fi bakka adda addaatiti bakka waal gayii bakka cidhaa
bakka du'aa bakka adda addaatiti ummataa gorsudhaan
dinii akasitti babalissaa turaan jechuu
_ kaan biraa immoo karaa barsisutiin kitabaa
basuutiin kitabaa maxansisutin walaloo adda addaa
manzumaa nashidaa adda addaatin babalissa turraan_
karaan biroo immoo karaa barsisuu fi qabsoo walitti
kaan qabatees nii jiraa kaan lamaan walitti qabatani
qabsollee barsisuu biratti qabsoo godhani qabsoodhaan
amantii islaamaa babalisuudhaf amantii islaamaa akka
midhaa irraa gayuu irraa debisudhaaf kaan qabsoo
godhanis nii jiranii uloma'otaa qabsoodhan barsisuu
madditi qabsodhan bekaman kessaa kaan asii gadii maqaa
kasuun nuu dandayama isanis_
_ sheek Xalahaa Jafaar sheek Muhammad Shaafi
sheek Adaam Al Kominii Muftii Amaan Al jilii fi sheek Haji
Hasaan Gammada Langanoo isaan kuniin warraa qabsoo
kessaatille hirmataan jechuudhaa_
_ uloma'otaa kaniin kessaa kaan baraa dheraa
qabsoo kessaati bekamtii guddaa kaan qabaan_ sheek
Xalahaa Jafaar _jedhamudhaan bekamanii mee qabsoo
isanii irr

Gabrummaa hiddaan buqifna dadhabnu ilmaan itti guddifna jedhan gootichi guddaan baddaa baalee jen.waaqoo guutuu.rabbi is...
03/01/2020

Gabrummaa hiddaan buqifna dadhabnu ilmaan itti guddifna jedhan gootichi guddaan baddaa baalee jen.waaqoo guutuu.rabbi isaaniif haa araaramu

Address

Finfinnee
Adama
MUAZ

Telephone

0936277281

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaamsa hayyootaa irraa gurraan isin gahuuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category