Waajjira Aadaa fi turizimii Aanaa Suudee

Waajjira Aadaa fi turizimii Aanaa Suudee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Aadaa fi turizimii Aanaa Suudee, sff, Adama.

06/10/2025

DAY & NIGHT
Beautiful Addis Ababa, Ethiopia 🇪🇹

06/10/2025
05/09/2025

"Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa seenaa Itoophiyaa keessatti iddoo guddaa kan qabu yoo ta'u, rifoormii hooggansa jijjiiramaatu bakka kufee kaase. Pirojeektiin kun Pirojektoota akka Addunyaatti jiran keessaa isa tokkoofi rakkoo humna ibsaa Biyya keenyaa hiikuu keessatti qooda guddaa qabudha!"

Obbo Shimallis Abdiisaa, PMNO

Odeeffannoo waktaawaa argachuuf;
Facebook https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com

Whatapp :https://whatsapp.com/channel/0029VbAXcNtAu3aRrGAUuV28

Website:https://www.oromiacommunication.gov.et/

05/09/2025
Godina Arsiitti Hospitaalaa Jalqabaa Suudeetiif meeshaaleen yaalaa qarshii miliyeena 60 olitti shallagamu deeggarsi taas...
02/08/2025

Godina Arsiitti Hospitaalaa Jalqabaa Suudeetiif meeshaaleen yaalaa qarshii miliyeena 60 olitti shallagamu deeggarsi taasifame.

Dhaabbata C.U.R.E projekt,Islamic Relief,lammiif relief and Development Organization irraa qindoomina uumuun meeshaalee yaalaa qarshii miliyeena 60 olitti shallagamuun bituun deeggarsa taasisaniiru.taasisaniiru

Meeshaaleen yaalaa deeggarsaan argaman kunis bakka hoggantootni sadarkaa garagaraa,abbootiin gadaa,haadholiin siinqee,ogeeyyiin fayyaafi hawaasni garagaraa argamanitti wal harkaa fuudhiinsi taasifameera.

Ittigaafatamaan Waajjira Fayyaa godina Arsii Obbo Sulxaan Hamdiinoo deeggarsa dhalattootniifi dhaabbatni Islamic relief hawaasni keenya rakkoo fayyaatiif akka hin saaxilamneef deeggarsa meeshaalee yaalaa taasisaniif kan galateeffatan ta'uus himan.

Hospitaalli Suudee hawaasa aanaalee torbaaf kenna tajaajilaa qulqullinaafi si'ataa ta'e kennaa jiraachuu himan.

Ittigaafatamtuun Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa damee godina Arsii aadde Ra'iisaa Aadam godinichatti hawaasa fayya qabeessa misooma hundagaleessa hojjachuun badhaadhinaa maatii mirkaneessuu danda'u horachuuf kenni tajaajila fayyaa saffisa qabu akka jiraatuuf kutannoon hojjatamaa jiraachuu himan.

Deeggarsi meeshaalee fayyaa dhalattootniifi dhaabbileen garagaraa waliin qindaa'uun Hospitaalaa Suudeetiif taasisan aantummaa ummataaf qaban kan agarsiisuudha jedhan.

Hogganaa ittaanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Doktar Bokonaa Guutaa naannichatti hospitaalota 129 keessatti taajajilli fayyaa kennamaa jiraachuu himuun,

Deeggarsi meeshaalee yaalaa taasifame kun akka godina Arsiitti kan jalqabaa ta'uufi muuxannoo kan dabarsu ta'uus himan.
gochuu hin dagatinaa
https://www.facebook.com/profile.php?id=100066387375768

 !.Obboo Addisu Arega Kitessa Ministira Qonnaa ta’uun muudamanMinistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad obbo Addisuu A...
01/08/2025

!.

Obboo Addisu Arega Kitessa Ministira Qonnaa ta’uun muudaman

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad obbo Addisuu Araggaa Ministira Qonnaa gochuun muudan.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Obbo Addisuu Araggaa Ministira Ministeera Qonnaa gochuun muuduu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.

Dhaabuun Bayyanachuu(በመትከል ማንሰራረት)______________________Aanaa Suudetti duula Ashaaraa Magariisaa sababeeffachuun kutaan ...
31/07/2025

Dhaabuun Bayyanachuu(በመትከል ማንሰራረት)
______________________
Aanaa Suudetti duula Ashaaraa Magariisaa sababeeffachuun kutaan hawaasa adda addaa biqiltuu dhaabaa oolera.bu'uuruma kanaan Guyyaa har'aa qofa sadarkaa biyyaatti dhaabbii biqiltuu 714 mil. ol dhaabuun danda'ameera.

Paartii Badhaadhinaa Aanaa Suudee
Sude Woreda Communication Office
..

 Sirna Beekamtiifi Badhaasaa Ol'aanaa   Marsaa 4ffaan Gaggeeffame. Adoolessa 22,2017:- Godina Arsii Aanaa Suudeetti Saga...
29/07/2025


Sirna Beekamtiifi Badhaasaa Ol'aanaa Marsaa 4ffaan Gaggeeffame.

Adoolessa 22,2017:- Godina Arsii Aanaa Suudeetti Sagantaan beekkamtii fi badhaasa raawwii hojii karoora xiiqii marsaa 2ffaatin Sektaroota Aanaa fi Gandoota hojii mootummaa fi paartiitin rawwii hojii ol'aanaa galmeessaniif sagantaan beekkamtii fi badhaasa gaggeeffame.

Sagantaan gaggeeffamee kun xumura waltajjii marii karoora xiiqii marsaa 3ffaa bara 2018 fi karoora hojii gannaa irratti mariin gaggeeffama turun Sektaroonni Aanaa fi Gandoonni Aanichaa raawwii hojii karoora xiiqii marsaa 2ffaa bara 2017tin raawwii ol'aanaa galmeessanif sirni badhaasaa fi beekkamtii taasifame jira.

Qabxiin madaallii raawwii hojii inisheetiiviiwwanii,hojii misooma,diinagdee, hawaasummaa,fayyadamummaa ummataa fi hojii Siyaasaafi Ijaarsaatin hojjatama turen raawwiin hojii qulqullina, ariitii, baay'inaafi yeroon xumuruu irratti bu'uureffachuun kan gaggeeffameedha.

Bu’uuruma kanaan Gandoonni madaalli raawwii hojii Paartiitin sadarkaa 1-5 bahuun badhaafamaan.

.

.
.
.

Gandoonni Raawwii Hojii KIN Paartii Badhaadhinaatin sadarkaa 1-5 bahuun badhaafamaan.


.



Gandoonni Raawwii Hojii Mootummaatin sadarkaa 1-5 bahuun badhaafamaan.




.

Cuunfaa Waligala Raawwii Hojii Paartii Fi Mootummaatin

.

Address

Sff
Adama
ETT

Telephone

+251927257866

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Aadaa fi turizimii Aanaa Suudee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Aadaa fi turizimii Aanaa Suudee:

Share