Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Addis katamaa

Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Addis katamaa Itoophiyaa badhaate ijaaruu!

08/08/2026
Kan nu barbaachisu nagaa dha; Kan nu barbaachisu waldeeggaru dha; Kan nu barbaachisu waliin hojjechuu dha.              ...
07/07/2026

Kan nu barbaachisu nagaa dha; Kan nu barbaachisu waldeeggaru dha; Kan nu barbaachisu waliin hojjechuu dha.
Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahimadi

Hirmaannaa Uummanni Itiyoophiyaa Filannoof agarsiise Ijaarsa Sirna Dimookiraasiitiif Imaanaa guddaa dhaMuummicha Ministe...
07/07/2026

Hirmaannaa Uummanni Itiyoophiyaa Filannoof agarsiise Ijaarsa Sirna Dimookiraasiitiif Imaanaa guddaa dha

Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahimadi

Nagaa fi waliigaltee Biyyalessaaf jecha laphee dhiifamaa bal'aa qabaachuu qabna.Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahima...
07/07/2026

Nagaa fi waliigaltee Biyyalessaaf jecha laphee dhiifamaa bal'aa qabaachuu qabna.

Muummicha Ministeera Doktor Abiyyi Ahimadi

Sirni dimokiraasii cimaan mallattoo Itiyoophiyaa ta'uu qaba yoo jettan, Badhaadhina filadhaa!Itiyoophiyaa gara biyya fak...
25/02/2026

Sirni dimokiraasii cimaan mallattoo Itiyoophiyaa ta'uu qaba yoo jettan, Badhaadhina filadhaa!

Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyaatti!



25/02/2026

Address

Addis Ababa
Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Addis katamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share