01/07/2016
Eegaa obbelewwan keenya kan
dhihoo fagoo,kan biyya kessaf
alaa,kan ARABAAF AJABAA
hunda keysaninu AS WR WB
isinin jechaa dhamsa keyri isinif
dabarsina. Duraan dursine EID
MUBAREK isinin jechaa gara
dhamsa keenyati waliin
haasennu.dhamsi kenyas
warren hordoftota PAGE IRF
(FUula IRE) kan taatanifi kan
ofduraf ta u yaadan hundaf....
1ffa. Shawwal 1 irra eegale
qophin da'awaa ulamaa ota
beekamo biyya kessatifi biyya
alaatin waan itti fufuf PAGE IRF
like akka gotani hordoftan ....
2ffa.da'awichi (gorsi) kan
dhihatu afaan 4 waan ta ef afan
dandeysanin dhagefachufi
dubbisu ni dandeysu.... gosti
afaanichaas
# # AFAAN OROMOO
# # AFAAN AMAARA
# # AFAAN ENGLISH fi
# # AFAAN ARABAA ti dha.
Kanaaf obbolewwan koo diin
kenyaf qabsofne JANNATA
RAHMAAN haabitannu.
3ffa. Namooni irrati hirmaatu
barbaaddan PAGE IRF like
goodhattanii akka irrati
hirmatani gahe diinal islam akka
baatan simanna gariin isin
hawwata PAGE n IRF .
Share goone walif haabeysifnu.
AMAANA DIN KEENYA DHALOTA
ITTI AANUTI HAALA RABBIN
JAALATUN HAADABARSINUU.. ..